Qaamni hunda biyyaaf dursa laachuu qaba – Obbo Taaggasee Caafoo
Finfinnee, Bitootessa 29, 2015 (FBC) – Qaamni hunda damee hojii isaan faayidaa biyyaalessaaf dursa laachuu akka qabu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon ibsan.…