Komishinichi naannoo Oromiyaatti bakka buutoota ummataa adeemsa ajandaa walitti qabuurratti…
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa naannoo Oromiyaatti bakka buutoota ummataa adeemsa ajandaa walitti qabuurratti hirmaatan filachaa jiraachuu ibsameera.…