Oduu biyya keessaa Guyyaan Maanguddootaa kabajamaa jira Sifen Megersa Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Guyyaan Maanguddootaa 32ffaan Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti kabajamaa jira. Guyyichi mata duree ‘Mirga Maanguddootaa kabajuun dhaloota…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee Embaasii Chaayinaa waliin waliigaltee mallatteesse Debela Tadesse Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee Embaasii Chaayinaa waliin waliigaltee mallatteesseera. Waliigaltichaarratti Pireezidaantii Eeggataa Yuunivarsitii…
Idil Addunyaa Ruwaandaan Afrikaanota hundaaf eeyyama imala viisaa maleessaa ifoomsite Debela Tadesse Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Ruwaandaan Afrikaanonni viisaa malee biyya ishee akka galaan eeyyamuu beeksisetti. Pireezidaantiin Ruwaandaa Pool Kaagaameen imalaa viisaa…
Ispoortii Gabiramadiin Haayilee Leenjisaa Olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa ta’an Debela Tadesse Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Gabiramadiin Haayilee Leenjisaa Olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa ta’uun mallatteessan. Leenjisaa Gabiramadiin Haayilee garee…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin bishaan dhugatii namoota kuma 500 fayyadamtoota taasisu ifoome Debela Tadesse Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa USAID Itiyophiyaatti namoota kuma 500 fayyadamtootaa kan taasisuu pirojekti bishaan dhugaatii fi qulqullina naannawaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa walga’ii idilee gaggeessaa jira Sifen Megersa Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa Walga’ii idilee gaggeessaa jira. Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa…
Idil Addunyaa Ameerikaan qoqqobbii daldalaa Kuubaarra keesse akka kaaftu DhMG gaafate Debela Tadesse Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Ameerikaan qoqqobbii daldalaa waggootaa 10’f Kuubaarra keesse akka kaaftu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii yeroo 31ffaaf gaafate. Yaa’iin…
Biiznasii Naannawichi humna guutuun hojii eegaluuf ga’umsa qaba jedhame Sifen Megersa Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Naannawaan daldala Bilisaa Dirre Dhawaa humna guutuun hojii eegaluuf ga’umsa gaariirra jiraachuu ibsameera. Naannawichi Loojistiksii fi…
Oduu biyya keessaa Saatilaayitoonni Itiyoophiyaan gara hawaatti ergite ergama isaanii milkaa’inaan xumuruun ibsame Debela Tadesse Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Saatilaayitoonni Itiyoophiyaan gara hawaatti ergite ergama isaanii milkaa’inaan xumuruu Inistiitiyuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oospaashaalii…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Arbaan hojiilee misoomaa Awaash Fantaallee daawwatan Debela Tadesse Nov 3, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan hojiilee misoomaa Aanaa Awaasha Fantaallee daawwataniiru. Daawwannaa isaaniin oomishaa Paappaayyaa…