Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Siilvaan Golhambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti daawwannaarra kan jiran Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Siilvaan Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.…