Walaayittaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoonni 23 miidhaman
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Walaayittaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 23 irraa miidhaan qaamaa cimaan qaqqqabuu ibsame.…