Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hawaasa daldalaa waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 24, 2023 0 Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa hawaasa Daldalaa waliin haala yeroorratti mari'atan.…
Ispoortii Liivarpuul 1 -1 Arsenaal Sifen Megersa Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaan taphni Liivarpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixaan xumurame. Taphoota biroo…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti duulli kunuunsa qabeenya uumamaa eegalame Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Godina Booranaatti lafa adda baafame heektaara kuma 97 fi 108 irratti duulli kunuunsa qabeenya uumamaa gaggeeffamuu jalqabsiifameera. Bulchaa Itti Aanaa…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan shanan darban cuuciiwwan lukkuu miiliyoona 29.5 qonnaan bultootaaf dhiyaataniiru Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Baatiiwwan shanan darban cuuciiwwan lukkuu guyyaa tokkoo miiliyoona 29.5 qonnaan bultootaaf dhiyaachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Minitirri…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Baaleetti hojiilee misoomaa daawwate Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamuu Godina Baaleetti hojiilee misoomaa garagaraa daawwateera.…
Ispoortii Taphni Kubbaa Miilaa Liigii Olaanoo Oromiyaa borurraa eegalee gaggeeffama Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Taphni Liigii Olaanoo Oromiyaa Dilbata boruurraa eegalee Istaadiyamii Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamuu eegala. Taphni Baniinsaa Liigii Olaanoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad dhalattoonni Itiyoophiyaa gara biyyaatti akka deebi’an waamicha dhiyeessan Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad miseensonni diyaaspooraa lammiilee Itiyoophiyaa fi dhalattoota Itiyoophiyaa biyyaa alaa jiraatan gara biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi jila Pireezidaantii Mana Maree Jibuutii waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen jila Pireezidaantii Mana Maree Jibuutii Dileeyitaa Mahaammad Dileeyitaan durfamu waliin mari’ataniiru. Hariiroo…
Biiznasii Baankichi Tajaajila Baankii Dhalarraa Bilisaan Birrii biiliyoona 100 ol kuusu beeksise Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Muddee 13, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa waggootaan 10’n darbaan Tajaajila Baankii Dhalarraa Bilisaan (CBE-Noor) Birrii biiliyoona 100 ol kuusuu beeksise. Waggaa…
Oduu biyya keessaa Fedhiin Itiyoophiyaan Galaana Diimaarratti qabdu sirrii ta’uu hayyoonni hubachiisuu qabu jedhame Debela Tadesse Dec 23, 2023 0 Finfinnee, Muddee 13, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan ulaa galaanaa akka argattuu fi fedhiin tarsiimawaan Galaana Diimaarratti qabdu sirrii ta’uu hayyoonni hubachiisuu akka qaban akeekame.…