Baankichi bara kana maamiltoota tajaajila baankii dhalarraa bilisaas Birrii biiliyoona 6 ol liqeesse
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC) – Baankiin Oromiyaa bara kana maamiltoota tajaajila baankii dhalarraa bilisaaf Birrii biiliyoona 6 ol liqeessuu beeksiise.
Baankichi Ayyaana Waggaa 10ffaa…