Dhaloonni har’aa Gadaan yoo utubame biyya ceesisuu danda’a-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Dhaloonni har'aa Gadaan utubamee, safuu isaa eegate yoo interpirinaarshippiitti guddate, dhaloota biyyaa irra darbee adduunyaa ceesisu horachuun akka…