Oromiyaatti bara 2016 Gaagura ammayyaa miiliyoona 1 dhiyeessuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara 2016 Gaagura ammayyaa miiliyoona 1 dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Naannichatti bara kana oomisha dammaa toonii kuma 113…