Mootummaan Ingiziil miiliyoona 5.9 Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Mootummaan Ingiiliiz Paawundii miiliyoona 5.9 Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasiiseera.
Karaa Waldaa Qaxxaamura Diimaa Biriitishii…