Oduu biyya keessaa Dirree Soorata Qalbii fi Boqota Ijaa: Cabaraa Curcuraa Debela Tadesse Dec 21, 2023 0 Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)-Finfinnee irraa fageenya Kiiloo meetira 450 irratti argama. Bara 1997 irraa kaasee Paarkii Biyyaalessaa ta'uun kan daangeffamee fi naannoo Kibba Lixaa…
Oduu biyya keessaa Lafa hektaara kuma 30 biqiltuu Shaayeen uwwisuuf hojjetamaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Oromiyaatti lafa hektaara kuma 30 biqiltuu shaayiiin uwwisuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Muuxannoowwan Idil Addunyaa haala qabatamaa magaalotaan walsimsiisuun hojjenna –Aadde Adaanech Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)-Muuxannoowwan Idil Addunyaa haala qabatamaa magaalotaan walsimsiisuun Finfinnee jiraattotaaf mijattuu fi dorgomtuu taasisuuf tattaaffii olaanaan tajaajiluu…
Oduu biyya keessaa Balaawwan uumamaa mudataniif mootummaan Birrii biiliyoona 11 ramadee hojjechaa jira jedhame Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Balaawwan uumamaa Itiyoophiyaatti mudataniif mootummaan Birrii biiliyoona 11 ramadee hojjechaa jiraachuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen ijaarsa pirojektii Birrii biiliyoona 5.13 malatteeffame Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)-Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dhaabbata Kooriyaa Hansool Peeppar waliin ijaarsa pirojektii misoomaa baadiyyaa fi misooma jallisii bishaan lafa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan filmaatawwan akka karra galaanaa qabaattu mirkaneessan qabdi-MMBBU Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa koreewwan dhaabbii garaagaraarraa baba’aan miseensota Paarlaama Gamtaa Awurooppaa waliin dhimmoota Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi du’aan boqochuu Emiira Kuweetiin gaddaa isaanii ibsan Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen du’aan boqochuu Emiira Kuweet Nawaaf Al Ahimad Al Saabaahiin gadda isaanitti dhaga’ame ibsan. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni Shanee kuma 1 fi 500 ol leenjii haaromsaa fudhachuun hawaasatti makaman Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Miseensoonni ABO Shanee harka kennanii fi booji'aman kuma 1 fi 521 gocha raawwachaa turanitti gaabbuun nagaa filachuun leenjii haaroomsaa ji'a lamaaf…
Idil Addunyaa Keeniyaatti balaa lolaan lubbuun namoota 174 darbe Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Keeniyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 174 olii darbuun ibsame. Akka gabaasa Ispuutinikitti, sababa dhibbaa jijjirama qilleensaa ‘Ellinoo‘…
Oduu biyya keessaa Raashiyaan Itiyoophiyaa waliin damee barnootarratti tumsaan hojjechuu akka itti fuftu ibsite Debela Tadesse Dec 20, 2023 0 Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Raashiyaan Itiyoophiyaa waliin damee barnootaarratti tumsaan hojjechuu cimsite akka itti fuftu ibsite. Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar…