Uncategorized Af Yaa’iin MMBBU ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa Obbo Taaggasee Caafoon ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Bara…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ergaa baga geessanii dabarse Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Manni Maree waloo Paartilee siyaasaa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Manni marichaa barri haaraan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barri haaraan ummata biyyattii maraaf bara…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faarahiin ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Dursaa Itti Aanaan Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahiin bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Wayita…
Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii HGHI marsaa 4ffaan milkiin xumuramuun kennaa bara haaraa Itiyoophiyaanootaati –… Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Piroojektiin Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Piroojektii fayyadamummaa waloo biyyoota yaa’ichaa mirkaneessu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Kantibaan Magaalaa Finfinnee ,Pireezidaantoonni naannoo Gaambeellaa fi Hararii ergaa baga geessanii… Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee, Pireezidaantoonni naannoo Gaambeellaa fi Hararii ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa erga baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa ayyaana bara haaraa 2016 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin naannoo Giddugaleessa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu Aanaa Ada’aatti Ijaarsa Mana Barumsaa Bu’uura boruu… Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastara Hawaasumma Oromiyaa Obbo Abdulhaakim Muluun durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada’aatti…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtootaa kuma 1 fi 205f dhiifama taasiise Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Naannoon Sidaamaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtootaa seeraa kuma 1 fi 205f dhiifama taasiise. Sirreeffamtoota keessaa 12 dubartootaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaalee garaagaraa erga baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Abbootiin amantaalee garaagaraa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa…