Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis ergaa baga ittiin isiin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan bara haaraa 2016 ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Barichi bara…
Oduu biyya keessaa Barri Haaraan baraa moofaa darberra fooyya’aa akka ta’uuf jijjiiramaaf of haa qopheessinu-MMF Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Barri Haaraan bara moofaa darberra fooyya’aa akka ta’uuf jijjiiramaaf of haa qopheessinu jechuun Manni Maree Federeeshinii ibse. Afyaa’iin Manni Marichaa…
Oduu biyya keessaa Qaammeen 6, Guyyaan Waloomaa sagantaalee adda addaan kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Qaammeen 6, Guyyaan Waloomaa sagantaalee adda addaan sadarkaa biyyaalessaatti kabajamaa jira. Guyyichi mata duree' Biyya waloomaan ijaaramte' jedhuun…
Oduu biyya keessaa Ariitiin umurii malee daandii hin gabaabsu! – Ejansii Geejjiba Oromiyaa Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Ayyaanni torbee nageenya Tiraafiikaa Magaalaa Jimmaatti kabajamera. Bara 2015 magaala jimmaatti balaan 73 qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Badhaasni nama gaarii 11ffaan gaggeeffame Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Badhaasni nama gaarii marsaa 11ffaan Hoteela Interleegzyariitti gaggeeffameera. Sagantichaan namoota sadarkaa addunyaatti Itiyoophiyaa maqaa gaariin…
Ispoortii Atleet Taammiraat Tolaan fiigicha walakkaa maaraatoonii Niwuukaasilitti gaggeeffame injifate Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Atleet Taammiraat Tolaan fiigicha walakkaa maaraatoonii Ingiliiz magaalaa Niwuukaasilitti gaggeeffame injifateera. Fageenyicha daqiiqaa 59:58 xummuruun…
Oduu biyya keessaa Hojii dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu eegalame cimsinee itti fufna – Abbootii Amantaalee Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Hojii dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu eegalame cimsinee itti fufna jedhan Abbootiin Amantaalee. Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa mata duree…
Oduu biyya keessaa Itiyoo – Teeleekoom Magaalaa Jimmaa fi Ambootti barattoota maatii harka qalleeyyiif meeshaalee… Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) - Itiyoo – Teeleekoom Dameen Giddugala Lixaa fi Kibba Lixaa Magaalaa Jimmaa fi Ambootti barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 2f meeshaalee barnootaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Hararitti daldaltoota qabeenyi isaanii balaa ibiddaan jalaa barbadaa’e waliin mariin… Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) ¬– Magaalaa Hararitti balaa Ibiddaa mudateen daldaltoota qabeenyi isaanii jalaa barbadaa’e waliin mariin gaggeeffameera. Ka’umsi balicha qulqullaa’aa…
Oduu biyya keessaa Yaadoota garaagaraa hawaasa gidduu jiru walitti fiduun fayyadamuu waloof xiyyeeffannoon ni hojjetama… Sifen Megersa Sep 10, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Yaadoota garaagaraa hawaasa gidduu jiru walitti fiduun fayyadamuu waloof xiyyeeffannoon kan hojjetamuta’uu Pireezidaantii Naannoo Gidduleessa Itiyoophiyaa…