Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Jigjigaa galan Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawudeen kabaja guyyaa Sabaaf Sabalammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaarratti hirmaachuuf Naannoo Somaalee Jigjigaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa 18ffaan Magaalaa Jigjigaatti kabajama jira Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)-Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti kabajama jira. Sirna kabaja guyyichaarratti Afyaa’ii…
Idil Addunyaa Badii Hamaas raawwateen lammiileen Filisxeem adabamuu hin qaban – Antooniyoo Guutareez Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Badii Hamaas Isiraa'eel irratti raawwateen lammiileen Filisxeem adabamuu hin qaban jedhan Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin kabaja guyyaa Sabaa fi Sabalammootaa 18ffaan gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Sagantaan jala bultii kabaja guyyaa sabaa fi sablammootaa ummatoota itiyoophiyaa 18ffaan gaggeeffamaa jira. Saganticharrattis bakka bu’oonni sabaa fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan ergama nageenya kabachiisuu idil addunyaaf gumaacha taasistu cimsitee kan itti fuftu… Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan ergama nageenya kabachiisuu idil addunyaa keessatti gumaachaa olaanaa qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ajajaan Giddugala Nageenya…
Ispoortii Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan boruu eegaluun ni taphatamu Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 16ffaan tapha boru Kiristaal Paalaas Liivar Puul waliin waaree booda sa’aatii 9:30 irraa jalqabuun…
Oduu biyya keessaa Qondaaltota Baankii Addunyaa waliin mariin gaggeeffame Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Afrikaa Bahaa fi Kibbaatti Itti Aantuu Pireezidaantii Baankii Addunyaa Viiktooriyaa Kiwaakiwaa waliin…
Fayyaa Hospitaalli waliigalaa Eekkaa Kotabee tajaajila yaala idilee kennuu eegale Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Hospitaalli waliigalaa Eekkaa Kotabee sababa weerara Vaayirasii Koroonaan adda kutee kan ture tajaajila yaala idilee kennuu eegaluu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Invastimantii fi bizinasii Itiyoo-Jaappaan Finfinneetti gaggeeffame Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Carraalee daldalaa fi invastimantii Itiyoophiyaatti argaman beeksisuuf kan kaayyeffate Fooramiin Invastimantii fi Bizinasii Itiyoo-Jaappaan Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Maqalee Barattoota haaraa simachuu eegale Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Maqalee Barattoota haaraa kuma 1 ol simachuu eegaluu beeksiiseera. Yuunivarsiitichi hanga Sadaasa 30, 2016tti barattoota haaraa…