Oduu biyya keessaa Waggaa 88ffaan hundeeffaama Humna Qilleensaa kabajamaa jira Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)-Guyyaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 88ffaan kabajamaa jira. Guyyaan hundeeffamichaa mata duree “Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Bu’aa qabeessummaa damee oomishaa cimsuuf fooyya’iinsi imaammataa taasifameera-Ministeera… Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Bu’aa qabeessummaa damee oomishaa cimsuuf fooyya’iinsi imaammataa taasifamuu dabalatee hojiileen qabatamaan gaggeeffamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Fedhiin Misoomaa Itiyoophiyaa guddina biyyoota ollaa giddu galeessa kan godhateedha – Dooktar Fitsum… Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) - Fedhiin Karra Galaanaa Itiyoophiyaa fedhii biyyoota naannawaa giddu galeessa kan godhate ta’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuma…
Fayyaa Naannichatti dhibee daddarboo ittisuuf tattaaffii taasiifamu kan tumsu sagantaan fayyaa gara… Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti dhibee daddarboo ittisuuf tattaaffii taasiifamu kan tumsu sagantaan fayyaa gara hojiitti galuu Biiroon Fayyaa bulchiinsa yeroo…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa, Magaalaa Shaggar fi Itiyoo Teelekoom waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsi Magaalaa Shaggarii fi Itiyoo-Teelekoom waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigaltichas Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa Kabajuun sirna federaalaa cimsuuf gumaacha olaanaa qaba-Obbo Aganyawu… Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Guyyaa Sabaa fi Sablammoota Ummatootaa Itiyoophiyaa kabajamuun sirna federaalaa fi tokkummaa biyyaalessaa cimsuuf gumaacha olaanaa akka qabu Afyaa’iin Mana…
Oduu biyya keessaa Sabdaneessummaan Obbolummaa Irratti Ijaarame Waliin Jireenya Uummattootaaf Wabiidha – Pir. Shimallis… Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Sabdaneessummaan Obbolummaa Irratti Ijaarame Waliin Jireenya Uummattootaaf Wabii ta’uu Pireeidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Giddu galli seenaa, hambaalee fi barnootaa ummata gurraachaa Finfinneetti baname Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Giddu galli seenaa, hambaalee fi barnoota ummata gurraachaa Finfinneetti banameera. Sirni baniinsa giddu galichaa Bakka Itti Aanaan Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waggoota sadan darban biqiltuuwwan kuma 100 ol Jibuutiif ergite Sifen Megersa Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waggoota sadan darban biqiltuuwwan kuma 100 ol Jibuutiif erguu beeksifte. Itiyoophiyaan karoora biyyoota ollaa waliin misoomuu qabattee…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaan daandiin cufamee ture baname Debela Tadesse Dec 8, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC)- Balaa tiraafikaa Godinaa Shawaa Bahaa Matahaaraa fi Olancitii gidduutti mudateen daandiin cufamee ture banamuun tajaajila eegaluu Koomishiniin Poolisii…