Ityoophiyaa fi UAE gidduutti waliigalteen dameewwan garaagaraa 17 mallatteeffame
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Pireezidaantii Emereetota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammaad Biin Zayid Al Naahiyaan waliin marii…