Namni dhuunfaan qabeenya Birrii miiliyoona 11 olitti tilmamamu fudhatee miliqe to’atame
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaan qabeenya Birrii miiliyoona 11olitti tilmamamu fudhatee miliqe to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Namni dhuunfaan qabeenya…