Lagni Awaash guutuun Abbootii Warraa 657 irraan miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti Lagni Awaash dambali'ee Abbootii Warraa 657 qe'ee irraa buqqisuu Waajjirri Buusaa Gonofaa Godina Shawaa Lixaa beeksise.…