Oduu biyya keessaa Badhaasni “Ogbarruu Gaaddisaa” Dilbata iftaanii gaggeeffama Debela Tadesse Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Badhaasni “Ogbarruu Gaaddisaa” (Gadisa Award) Dilbata iftaanii Onkololeessa 18, 2016 akka gaggeeffamu Waldaan Barreessitoota Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Piroofeesar Birhaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin dhimmoota waloorratti…
Oduu biyya keessaa Dirree saayibariin dandeettiin teeknooloojii fi humna namaa dhaabbilee %20 gadi ta’uun ibsame Debela Tadesse Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Dhaabbileen dirree saayibariin dandeettiin teeknooloojii fi humna namaa akkasumas damee gurmaa’ina dhaabbilee %20 gadi ta’uu Bulchiinsi Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni ‘VSF Sweez’jedhamu Horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii… Sifen Megersa Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) – Dhaabbanni miti mootummaa ‘VSF Sweez’jedhamu Horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 109 deeggarsa taasiiseera.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse Sifen Megersa Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga’ii Idilee 25ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. 1.Manni marichaa…
Oduu biyya keessaa Tola ooltummaa Gannaan tajaajilli Birrii biiliyoona 17tti tilmaamamu kennamuun ibsame Debela Tadesse Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Tajaajila tola ooltummaa Ganna darbeen tajaajiloonni Birrii biiliyoona 17’tti tilmaamaman ummataaf kennamuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi…
Oduu biyya keessaa Malaammaltummaa qabeenya lafaarratti raawwatu ittisuuf hojmaanni qindoomina qabu barbaachisaa ta’uu… Sifen Megersa Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) - Malaammaltummaa bulchiinsa qabeenya lafaarratti raawwatu ittisuuf hojmaanni qindoomina qabu barbaachisaa ta’uu Komishiniin Namuusaa fi Farra…
Biiznasii Gurgurtaa elektirikiirraa galiin Doolaara Miiliyoona 21.4 argameera-HEI Debela Tadesse Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan bara baajataa kanaa darbanitti Itiyoophiyaan gurgurtaa humna elektirikii biyyoota ollaaf dhiheessiteen galii Doolaara miiliyoona 21.4…
Idil Addunyaa Ameerikaan Baha Sooriyaa iddoolee filatamanitti haleellaa raawwatte Sifen Megersa Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC) – Waraanni Ameerikaa Baha Sooriyaa iddoolee filatamanitti haleellaa raawwachuu gabaafame. Haleellichi Giddugala Hidhattootaa Iraaniin deeggarsaman…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa dhimmoota loltummaarratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Oct 27, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa hariiroo isaanii yeroo dheeraa lakkoofsise cimsuun dhimmoota loltummaarratti walta’iinsaan hojjechuuf waliigalaniiru.…