Oduu biyya keessaa Tajaajilli Tola Ooltummaa walooma cimsa- Dooktar Alamuu Simee Ayana Dheressa Aug 10, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)-Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen hojiin tajaajila tola ooltummaa walooma cimsa jedhan. Ministeerri Geejjibaafi…
Idil Addunyaa Taanzaaniyaan biyyoonni ulaa galaanaa hin qabne buufata Daaresalaam akka fayyadamaniif kutannoo qaba… Ayana Dheressa Aug 10, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Taanzaaniyaan biyyoonni ulaa galaanaa hin qabne buufata Daareselaam akka fayyadamaniif kutannoo qabaachuu ibsite. Biyyattiin biyyoonni kunneen buufaticha…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa dubartootaa malee jijjiiramni hunda galeessi hin argamu- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Aug 10, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Dubartoonni diinagdee, hawaasummaafi siyaasaa keessatti hirmaachuu yoo baatan jijjiiramni hunda galeessi hin argamu jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti teeknooloojiiwwan qonnaa hojiirra oolchuun oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jira- BQO Ayana Dheressa Aug 10, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa naannichatti teeknooloojiiwwan qonnaa hojiirra oolchuun oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhe. Hogganaa Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin hoggansa dubartootaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 10, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Waltajjiin bu’aa jijjiiramaa kan ta’e hoggansa dubartootaa Godaambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jira. Waltajjichi qopheessummaa Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ummanni Oromoo ijaarsa Hidha Guddichaa Haaromsaaf gumaacha olaanaa taasise – Abbootii Gadaa… Ayana Dheressa Aug 10, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Ummanni Oromoo ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf gumaacha olaanaa taasiseera jedhan Abbootiin Gadaa Oromoo. Ijaarsi isaa xumuramuun eebbaaf…
Oduu biyya keessaa Qaamolee misooma qarqara lageenii magaalichaa keessatti gahee isaanii bahataniif beekamtiin kenname Ayana Dheressa Aug 10, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Qaamolee misooma qarqara lageenii Magaalaa Finfinnee keessatti gahee olaanaa bahataniif sagantaan beekamtii kennuu gaggeeffameera. Beekamtiin kun…
Oduu biyya keessaa Hanqinaalee kenniinsa tajaajilaarratti mul’atan sirreessuuf mariin gaggeeffame Sifen Megersa Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) – Hanqinaalee kenniinsa tajaajila mootummaarratti akka biyyaatti mul’atan furuuf har’a waltajjiin marii gaggeeffameera. Miseensota Mana Maree Paartii…
Oduu biyya keessaa Damee Geejjibaan tajaajila fedhii ummataa bu’uura godhate kennuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) –Damee Geejjibaan tajaajila fedhii ummataa bu'uura godhate kennuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii. Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Pirojektii buufata xiyyaaraa Nageellee Booranaa % 84 ol qaqqabe Sifen Megersa Aug 9, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) –Birrii biiliyoona 1.5 oliin Ijaaramaa kan jiru Pirojektiin buufata xiyyaaraa Nageellee Booranaa % 84.5 qaqqabe. Godina Boorana Bahaa Bulchiinsa Magaalaa…