Idil Addunyaa Fooramiin hojii uumuu Afrikaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Fooramiin Hojii Uumuu Afrikaa Finfinnee, galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramichi mata duree “Naannawaa daldala walabaa Ardii…
Fayyaa Talaalliin dhibee Busaa Afrikaaf raabsamuufi Sifen Megersa Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Talaallii dhibee Busaa jalqabaa Afrikaaf raabsuuf ta’uu beeksiise. Waggoottaan lamnaan itti aanaan talaallii miiliyoona…
Biiznasii Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 904 eeyyamni Invastimantii haaraan laatame Sifen Megersa Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 904 eeyyamni Invastimantii haaraan laatamuu Komishiniin Invastimantii magaalichaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan idil addunyaa hararii Tooroontootti kabajamaa jira Sifen Megersa Jul 7, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Guyyaan idil addunyaa Hararii Kaanaadaa Tooroontootti kabajamaa jira. Sirna kabajichaarratti Pireezidaantii naannoo Hararii Obbo Ordiin Badirii…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophiyaa fi Jibuutii hiikoo addaa qaba – Pireezidaanti Saahilawarqi Sifen Megersa Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Hariiroon Ityoophiyaa fi Jibuutii hiikoo addaa qabaachuu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen ibsan. Pireezidaanti Saahilawarq Jila…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Abbaa Taayitaa Bunaaf Shaayi 15 yakka malaammaltummaan shakkamuun to’ataman Sifen Megersa Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Hojjettoonni Abbaa Taayitaa Bunaaf Shaayi keellawwan garaagaraarra hojjetan 15 yakka malaammaltummaan shakkamuun to'annoo jala ooluu ibsame. Eeruu…
Ispoortii Kilabiin Abdii Sulultaa Liigii 1ffaa Ityoophiyaatti guddate Sifen Megersa Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Ityoophiyaan Kilabiin Abdii Sulultaa Mangee Belashaangul injifachuun Liigii 1ffaa Ityoophiyaatti…
Idil Addunyaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon dhimma Sudaan ilaalchisee Muusaa Faakii waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon dhimma Sudaan ilaalchisee Komishinara Komishinii Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Ambootti Pirojektoonni garaagaraa 41 Birrii miiliyoona 327’n ijaaraman eebbifaman Debela Tadesse Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Bulchiinsaa Magaalaa Ambootti Pirojektoonni 41 Birrii miiliyoona 327’n ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru. Sirna eebbicharratti Miseensi Caffee fi…
Oduu biyya keessaa Baaleetti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 2.2 galmeessisan invastimantiirratti… Debela Tadesse Jul 6, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Godina Baaleetti abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 2.2 galmeessisan 262 dameelee invastimantii garaagaraarratti hojjataa jiraachuu…