Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa naannolee garaagaraatti kabajame Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan naannolee garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajameera. Guyyaan kun naannoo Harariitti bakka hoggantoonni mootummaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajame Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Guyyaan Alaabaa 16ffaan Mooraa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti kabajameera. Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee, Af Yaa’iin Mana Maree…
Idil Addunyaa Isiraa’eel waraana Kibba Gaazaatti gaggeessaa jirtu sa’aatii hin murtoofneef dhaabuuf waliigalte Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Marii Ameerikaa fi Ijipti waliin taasiifamaa ture hordofee Isiraa’eel waraana Kibba Gaazaatti gaggeessaa jirtu sa’aatii hin murtoofneef dhaabuuf…
Oduu biyya keessaa Alaabaa keenya jalatti walitti qabamnee tokkummaa sabdaneessummaa Itoophiyaa ni cimsina -TKM Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Alaabaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarseera. Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa yeroo 16ffaaf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa galan Sifen Megersa Oct 16, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 5, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingiin galaniiru. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Godina Qellem Wallaggatti lafa hektaara kuma 95 oli irratti Ruuziin misoomaa jira Sifen Megersa Oct 15, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Godina Qellem Wallaggatti lafa hektaara kuma 95 oli irratti Ruuziin misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Itti gaafatamaan Itti…
Ispoortii Fiigicha Maaraatoonii Tooroontoon Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an Sifen Megersa Oct 15, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Fiigicha Maaraatoonii Kaanaadaa magaalaa Tooroontootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru. Dorgommii dubartoota gidduutti…
Ispoortii Gareen Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf gita isaa… Sifen Megersa Oct 15, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf Ikuwaatooriyaal Giinii 4-1 injifachuun marsaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaa, Jimmaa fi Finfinneetti leenjiirra jiran hojiilee… Sifen Megersa Oct 15, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Adaamaa, Jimmaa fi Finfinneetti leenjiirra jiran hojiilee misoomaa daawwataniiru. Leenjitoonni magaalaa…
Oduu biyya keessaa Du’a Artistiifi qabsooftuu jabduu Haloo Daawwee yeroon dhaga’u gadda guddaatu natti… Sifen Megersa Oct 15, 2023 0 Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan du'aan boqochuu Artiist Haloo Daawwee hordofee ergaa gaddaa…