Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hirmaattota AMALI waajjiraa isanitti simatan Debela Tadesse Oct 5, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hirmaattota Inisheetivii Hogganasaa Kantiibota Afrikaa (AMALI) waajjira isaanitti simataniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannawaan Hora Finfinnee (Doloolloo Buddeenaa) qulqulleeffame Debela Tadesse Oct 5, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Hojjettoonni Baankii Gadaa fi Manaajimeentiin baankichaa, Finfinnee Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Qiirqoos waliin ta'uun duula qulqullinaa naannawaa Irreecha…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis M/Barumsa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa Gusbaajaay Guraageetti ijaarama ture… Debela Tadesse Oct 5, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan, Mana Barumsa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa Gusbaajaay Godina Guraageetti ijaarame eebbisisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Rayyaan Ittisa Biyyaa manneen harka qalleeyyiif ijaarsise dabarse Sifen Megersa Oct 5, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC) – Rayyaan Ittisa Biyyaa manneen harka qalleeyyiif Birrii miiliyoona 259'n ijaarsise dabarseera. Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silki…
Oduu biyya keessaa Kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee waliin mari’atame Sifen Megersa Oct 4, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Haala Kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee hundarra walitti babba'an waliin mari'atameera. Kabaja ayyaana…
Idil Addunyaa Moorookoo, Ispeenii fi Poorchugaal Waancaa Addunyaa bara 2030 waloon kan qopheessan ta’uu… Sifen Megersa Oct 4, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Moorookoo, Ispeenii fi Poorchugaal Waancaa Addunyaa bara 2030 waloon kan qopheessan ta'uu Waldaan Kubbaa Miilaa Addunyaaa beeksiseera. Taphoonni…
Ispoortii Taphni Tootanihaamii fi Liivar Puul irra deebiin akka taphatamuun barbaada – Yergan Kiloop Sifen Megersa Oct 4, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Taphni Tootanihaamii fi Liivar Puul irra deebiin akka taphatamu fedhii qabaachuu Leenjisaan Liivar Puul Yergan Kiloop ibsaniiru. Murtoon gooliin…
Uncategorized Ambaasaaddar Misgaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Luukzambargi waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 4, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Luukzambargi Joorji Teeras waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo Gamtaa Awurooppaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo addaa kenniti – Obbo… Sifen Megersa Oct 4, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo Gamtaa Awurooppaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo addaa kan kennitu ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Inisheetiivii Hoggansa Kantiboota Afrikaa guyyaa boruu irraa eegalee Finfinneetti ni… Sifen Megersa Oct 4, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Waltajjiin Inisheetiivii Hoggansa Kantiboota Afrikaa guyyaa boruu irraa eegalee Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera. Boruu eegalee…