Oduu biyya keessaa Manni Marichaa har’a walga’ii idilee ni gaggeessa Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa ni gaggeessa. Walga’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa mana maree bakka…
Oduu biyya keessaa Naannolee garaagaraatti mariin haala yeroo irratti xiyyeeffate gaggeeffame Ayana Dheressa Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Naannolee garaagaraatti waltajjiin marii sanada marii “Dhiigaan kan kabajame, Dafqaan kan walitti hidhame” jedhurratti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Korporeeshiniin Manneen Federaalaafi Ityoo- Telekoom dhimmoota walta’iinsaan hojjechuu… Ayana Dheressa Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Korporeeshiniin Manneen Federaalaafi Ityoo- Telekoom dhimmoota garaagaraa tumsaan waliin hojjechuu danda’anirratti waliifgaluu ibsame. Akkaataa…
Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Boonas Ayiras gale Ayana Dheressa Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Jilli Kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Fooramii Kantiibota Addunyaa C40 irratti hirmaachuuf Arjantiinaa Boonas Ayiras…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Misoomaa Ingiliz waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Misoomaa Ingiliz Viikii Foord waliin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigiraay naannawaa ABUT jalaa walaba ba’anitti deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf qophii… Debela Tadesse Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Naannoo Tigiraay naannawaa garee shororkeessaa ABUT jalaa walaba ba’anitti deeggarsa namoomaa saffisaan akka qaqqabuu taasisuuf qophii gahaan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen Ministira Misoomaa Ingiliz waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Ministeera Misoomaa Ingiliz Viikii Foord waliin mari’atan. Mariisaaniin, haala yeroo Ityoophiyaa,…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee waaraan furuuf harki nageenyaa mootummaa hin kottoonfatu- Obbo Adam Faarahi Ayana Dheressa Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Rakkoolee Ityoophiyaatti mul’atan waaraan furuuf harki nageenyaa mootummaa kan hin kottoonfanne ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa …
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaafi Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa sanada waliigaltee… Ayana Dheressa Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaafi Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa sanada waliigaltee waliif mallatteessuu ibsame. Waliigalticha…
Oduu biyya keessaa Beeyladootaa fi meeshaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 27’tti tilmaamamu to’ataman Debela Tadesse Oct 19, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Seeraan alaa biyyaa baafamuuf kan turaan beeyladoota Birrii miiliyoona 20 fi meeshaalee kontirobaandii Birrii miiliyoona 7’tti tilmaamaman to’atamuu…