Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun Madfiin si’a 9 dhukaafama Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Boruu kan kabajamu Ayyaana Dhaloota Nabiyyuu Mahaammad (SAW) (Mawulidaa) sababeeffachuun sa’aatii 12:00 irratti Madfiin si’a 9 kan dhukaafamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Sirna Gubaa (‘Damaraa’) sababeeffachuu daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Boruu Addabaabayii Masqalaatti Sirna Gubaa (‘Damaraa’) Masqalaa gaggeeffaamu sababeeffachuun daandiilee konkolaattotaaf cufaa ta’aan Poolisiin Magaalaa…
Idil Addunyaa Keeniyaan 2027’tti Buufata Anniisaa Niwuklilaraa ijaaruufi Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Wayita fedhiin hanga gadi lakkifama Kaarbanii hir’isuu dabalaa jirutti Keeniyaan bara 2027’tti buufata anniisaa niwukilaraa jalqaba ijaaruuf ta’uun…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Baga Guyyaa Dhaloota Nabii Muhaammad (SAW) Waggaa 1498ffaan Nagaan Geessan jechuun eergaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa wayita kabajnu Hojiiee gaarii Nabiyyuu Mahaammad hojiirraa oolchuun ta’uu qaba… Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Ayyaana Mawulidaa wayita kabajnu hojiilee gaarii Nabiyyuu Mahaammad (SAW) hojiirra oolchuun ta’u akka qabu ibsame. Ayyaanni Mawulidaa 1498ffaan guyyaa…
Oduu biyya keessaa Naannawaa Sirni Daamaraa Masqalaa itti gaggeeffamuu qulqulleeffame Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Duulli bakka Sirni Daamaraa Masqalaa itti gaggeeffamuu qulqulleessuu raawwatame. Duulli qulqullinaa kunis bakka Sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hoji…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dugdaatti biiffaan keemikaalaa farra hoomaa Shimbira Girrisaa xiyyaaraan gaggeeffame Sifen Megersa Sep 25, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti biiffaan keemikaala farra hoomaa Shimbira Girrisaa xiyyaaraan gaggeeffameera. Hawaasni naannoo Hara Dambal…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa Afrikaa deeggarsa damee Qonnaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu ibse Sifen Megersa Sep 25, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Baankiin Misoomaa Afrikaa deeggarsa damee Qonnaa Itiyoophiyaaf taasiisu cimsee kan itti fufu ta'uu beeksise. Daayrekteroonni Baankii Misoomaa Afrikaa…
Ispoortii Hadiyyaa Hoosaa’inaan tapha Waancaa Finfinneen xumuraaf darbe Sifen Megersa Sep 25, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Hadiyyaa Hoosaa’inaan tapha Waancaa Finfinneen Madin Itiyoophiyaa injifachuun xumuraaf darbeera. Tapha walakkaa xumura…
Teeknooloojii Dhibee pooliyoo teknoolojiin gargaaramun to’achuuf Piroojektiin’pooliyoo Anteena’… Sifen Megersa Sep 25, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Dhibee Pooliyoo Teeknoolojiin gargaaramun guutummaatti to'achuuf Yuunivarsiitiin Jimmaa fi Inistiityuutiin Artefishaal Intelejansii…