Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Yoo Yoo Gifaataan kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa 'Yoo Yoo Gifaataan' magaalaa Walaayittaa Sooddootti kabajamaa jira.
Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…