Lammiilee Moorokoo fi Liibiyaatti lubbuu dhaban yaadachuuf taphattoonni baajii gurraacha godhatu…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC) –Moorokoo fi Liibiyaatti sababa balaa lolaa fi kirkira lafaan lammiilee lubbuun darban yaadachuuf taphattoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand hundi baajii…