Oduu biyya keessaa Faanaa Laamroot marsaa 15ffaan boru eegala Debela Tadesse Sep 15, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Dorgaadorgeen Faanaa Lamroota marsaa 15ffaan boruu eegala. Marsaa 15ffaa kanaan dorgomtoota kuma 1 keessaa dorgomtoonni 12 kan darbaniidha. Sanbataa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Dammaqaa Mokonniin durfamu Kuubaa gale Debela Tadesse Sep 15, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Gareen jilli Ittaanaan Muummee Ministira fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokoonniin durfamu Kuubaa Haavaanaa galeera. Obbo Dammaqaan wayita…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti lammiilee deeggarsa barbaadan kuma 83f deeggarsi raabsamaa jira Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Naannoo Somaaleetti lammiilee deeggarsa barbaadan kuma 83 oliif deeggarsi midhaan nyaataa raabsamaa jiraachuu Hoggansi Sodaa Balaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Lammiilee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif deeggarsi Yuuroo miiliyoona 3 taasiifame Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti Lammiilee sababa walitti bu'iinsaan miidhamaniif deeggarsi Yuuroo miiliyoona 3 taasiifameera. Sirna nyaataa fooyyessuuf kan oolu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan argisiisa Daldala Bunaa Idil Addunyaa Kuwaataarirratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan argisiisa Daldala Bunaa idil Addunyaa Kuwaataritti gaggeeffama jirurratti hirmaacha jiraachuun ibsame. Argisiisichi oomishtoota bunaa fi…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasaa Daandii Qilleensaa cimaa Afrikaa bara 2023 injifate Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasaa Daandii Qilleensaa cimaa Afrikaa bara 2023 yeroo 4ffaa injifateera. Sagantaan Badhaasaa waggaa Daandii…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 2.1 Qamadiin misoome – BQO Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Oromiyaatti Qonna Gannaan lafa hektaara miliyoona 2.2 qamadii misoomsuuf karoorfamee hanga ammaatti hektaarri miiliyoonni 2.1misoomuu Biiroon Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni har’aa Gadaan yoo utubame biyya ceesisuu danda’a-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Dhaloonni har'aa Gadaan utubamee, safuu isaa eegate yoo interpirinaarshippiitti guddate, dhaloota biyyaa irra darbee adduunyaa ceesisu horachuun akka…
Biiznasii Baankiin Hojii Gamtaa “Michuu Guyyaa” fi “Michuu Wabii” ifoomse Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Baankiin Hoji Gamtaa Oromiyaa tajaajila liqaa dijitaalawaa wabii hingaafanne ifoomseera. Tajaajilichi sadarkaa biyyaatti kan jalqabaa ta’uu kan eere…
Idil Addunyaa Hinditti dhibeen Vaayirasii ‘Niippaahii’ jedhamu mudachuu hordofee manneen barnootaa cufaman Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Hindi Kutaa bulchiinsa Keeraalaatti dhibeen Vaayirasii ‘Niippaahii’ jedhamu namoota 2 ajjeessuu hordofee manneen barnootaa akka cufaman ajajni darbuu…