Fayyaa Dhibeen Saayinasii maali? Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Saayinasiin dhibee funyaani fi qaawwaan naannawa funyaanii jiran cufu, dhukkubsuu fi dhangala'aa funyaan keessaa baasudha. Dhukkuba saayinaasii…
Oduu biyya keessaa Warraaqsa Diinagdee ilaalchisuun Pireezidaanti Shimallis ergaa dabarsan Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Warraaqsa Diinagdee Oromiyaa ilaalchisuun Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa dabarsaniiru. Pireezidaanti Shimallis ergaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Nageenyaa Chaayinaa dandeettii Qorannoo Ashaaraa Poolisii Federaalaa guddisuuf deeggarsa… Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Ministirri Nageenyaa Ummata Chaayinaa dandeettii Qorannoo Ashaaraa Poolisii Federaalaa guddisuuf deeggarsa akka taasisu ibseera. Komishinarri Jeneralaa…
Oduu biyya keessaa Kitaabni Barnoota Safuu eebbifame Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Sirni eebbaa kitaaba Barnoota safuu gaggeeffame. Sirna eebbichaarratti Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoo, Sadarkaa Ittaanaa…
Oduu biyya keessaa Naannichatti manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa jiran keessaa %78 sadarkaa gadi ta’uu ibsame Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa jiran keessaa %78 sadarkaa gadi ta’uu ibsameera. Naannichatti duulli sosochii…
Ispoortii Bamlaak Tasammaan tarree murteessitoota olaanoo Waancaa Afrikaa 2024 dursan keessatti hammataman Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa tarree murteessitoota olaanoo Waancaa Afrikaa 2024 qopheessummaa Kootdivaayeeriin gaggeeffamu dursan ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Guutiinsa Bishaan Hidha Haaromsaa itti aanuun bishaan gubbee hidhichaarraan hinyaa’u-Injiinar… Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)- Adeemsi guutiinsa bishaan Hidhaa Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa itti aanuu bishaan gubbee hidhichaarraan carraan yaa’uu akka hinjirre Ministirri…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ingiziil miiliyoona 5.9 Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasiise Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Mootummaan Ingiiliiz Paawundii miiliyoona 5.9 Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaaf deeggarsa taasiiseera. Karaa Waldaa Qaxxaamura Diimaa Biriitishii…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 104 raggaasiise Sifen Megersa Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Baankiin Misoomaa Afrikaa dhiyeessii Anniisaa Afrikaa Bahaa fooyyeessuuf kan ool deeggarsa Doolaara miiliyoona 104 raggaasiisuu beeksiseera.…
Idil Addunyaa Putiin Kooriyaa Kaabaa akka daawwataniif afeerraa Kiin Jongi Uun simatan Debela Tadesse Sep 14, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Rashiyaa Vilaadmiir Putiin Kooriyaa Kaabaa akka daawwataniif afeerraa Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joongi Uun taasisaniif…