Obbo Dammaqaan ergamaa addaa Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin ergamaa addaa Ministira Alaa Rippaablika Kooriyaa Kibbaa Haak…