Jimmaatti Guyyaa Oomishtummaatti gaagurri kumni 1 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Magaalaa Jimmaa gandoota garaagaraatti Qaammee 4 “Guyyaa Oomishtummaa” sababeeffachuun gaagura ammayyaa kuma 1 ol ta'u qonnaan bultoota adda dureef…