Paaspoortiin kumni 190 ol maxxanfamuun gara biyyaa keessaa gale – TLI
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Sababa hanqina Paaspoortiif baatiwwan 6n darbaniif adda citee kan ture tajaajila kenniinsa Paaspoortii eegalchiisuuf Paaspootiin kumni 190 ol maxxanfamuun…