Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 25ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 25ffaan tapha har’a Biraayitan Cheelsii keessummeessuun eegalama.
Falmiin Biraayitan har’a halkan…