Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Moritaaniyaa Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Moritaaniyaa Mahaammad Oliid Giizooniin Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi wayita…
Biiznasii Baatiwwan Jahan darban galmeessii fi eeyyamni Daldalaa miiliyoonni 2 fi kumni 50 ol onlaayiniin… Sifen Megersa Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Baatiwwan Jahan darban galmeessii fi eeyyamni Daldalaa miiliyoonni 2 fi kumni 50 ol onlaayiniin kennamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan walitti bu’iinsa naannawichaa furuuf tattaaffii IGAD taasisu ni deeggarti-Dooktar… Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaan walitti bu’iinsa naannawichaa furuuf tattaaffii IGAD taasisu akka deeggartu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin waloo Ministeera Haqaa fi Biiroolee Haqaa naannolee taa’amaa jira Sifen Megersa Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Yaa'iin waloo 7ffaan Ministeera Haqaa fi Biiroolee Haqaa Naannoolee Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti mata duree "Qindoomina Abbaa Seerummaa Cimaa…
Idil Addunyaa Tiraampi Hoggantoota Raashiyaa fi Chaayinaa waliin Baajata Waraanaa hir’isuuf mari’achuun barbaada… Sifen Megersa Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Pireezidaatiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi Pireezidaantii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiinii fi kan Chaayinaa Zyii Shiinpiing waliin Baajata Waraanaa fi…
Oduu biyya keessaa Raawwiin Kilaastera Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qoramatamaa jira Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Raawwiin ji’oota ja’an darbanii Kilaastera Horataalee mootummaa bakka Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin…
Ispoortii Atileet Birqee Hayyaaloom Rikardii fiigicha gufachiisaa umrii 20 gadii fooyyeessite Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Atileet Birqee Hayyaaloom dorgommii fiigicha mana keessaa Faransaay Liiviitti gaggeeffameen Rikardii fiigicha meetira kuma 3 umrii 20 gadii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee taa’uu eegale Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee 4ffaa taa’uu eegaleera. Walga’ichaan rawwii hojii baatiiwwan ja’an darbanii mootummaa…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Itiyoo-Chaayinaa carraalee invastimantii Itiyoophiyaa beeksisuuf kayyeffate gaggeeffame Debela Tadesse Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Fooramiin Itiyoo-Chaayinaa carraalee invastimantii, daldalaa fi tuuriizimii Itiyoophiyaa beeksisuuf kaayyeffate Chaayinaa Magaalaa Shaanaayitti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni Naayijeeriyaa fi Koomooroos Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 14, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Pireezidaantii Koomooroos Azaalii Asumaanii fi kan Naayijeeriyaa Boolaa Ahimad TiinubuunYaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee…