Waltajjiin muuxannoo wal jijjiirraa komishiiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa qopheesse…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC)- Waltajjiin muuxannoo wal jijjiirraa komishiiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Itiyoophiyaa qopheesse xumurameera.
Waltajjichi waldaaleen hojii gamtaa biyyatti…