Koreen gorsaa mana marichaa ajandaa labsii yeroo ariifachiisaa dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Labsii Yeroo Ariifachiisaa Mana Maree Bakka bu'oota Uummataaf dhiyaate Koreen gorsaa mana marichaa ajandaa labsichaa sagalee guutuun raggaasiseera
Manni…