Gamtichi nageenya waaraa Ityoophiyaaf kan tumsu ta’uu mirkaneesse
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa nageenya waaraa Ityoophiyaaf deeggarsa barbaachisu kan taasisu ta’uu mirkaneesseera.
Ministiroonni Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa 27…