Ispoortii Dambi Doolloo 0 – 0 Buna Baaskeet Sifen Megersa Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Buna Baaskeet waliin qixa bahe. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa…
Ispoortii Noorgaardiin Asrenaaliif mallatteesse Sifen Megersa Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Arsenaal taphataa sarara ittisaa gidduu fi dursaa garee Bireentifoordi Kiristiyaan Noorgaardiniin mallatteessifachuu ifoomse. Lammiin Deenmaarki…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa hojii seera baasuu, to’annoo fi hordoffii qorannoon deeggaruun hojjechaa jira Sifen Megersa Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hojii seera baasuu, to’annoo fi hordoffii qorannoon deeggaruun hojjechaa jira jedhan Af Yaa’iin mana marichaa obbo…
Waajabila Faanaa Maanguddoo umrii waggaa 65 qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhataa jiran Sifen Megersa Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitii Arsiitti manguddoon umrii waggaa 65 Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii hawaasaa bara kanaa fudhataa jiru. Kutannoon…
Oduu biyya keessaa Yaa’iwwan idil addunyaa torbeewwan itti aanaan Finfinneetti taa’aman keessummeessuuf qophii gahaan… Sifen Megersa Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Yaa’iwwan idil addunyaa torbeewwan itti aanaan Magaalaa Finfinneetti taa’aman ga’umsaan keessummeessuuf qophii gahaan taasiifamaa jira jedhe Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Bara baajataa xumurame keessa lammiileen kumni 100 fi kumni 31 ol gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Bara baajataa xumurame keessa lammiileen Itiyoophiyaa biyyoota alaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 100 fi kumni 31 ol gara biyyaa deebi’an jedhe…
Oduu biyya keessaa Bara 2017 akka biyyaatti bu’aaleen guguddoon galmaa’an- Obbo Fiqaaduu Tasammaa Tsehay Guluma Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC)-Bara baajataa 2017 akka biyyaatti bu’aaleen guguddoon galmaa’an jedhan Paartii Badhaadhinaatti Hogganaan Damee Ijaarsaa obbo Fiqaaduu Tasammaan.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti gamaaggamni raawwii dameelee garaagaraa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Kilaasterri Hawaasummaa fi Horataalee Mootummaa gamaaggama raawwii hojii bara 2017 gaggeessaa jiru. Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Ajajni Giddugala Daalool dhiiga arjoome Sifen Megersa Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Raayyaa Ittisaatti Ajajni Giddugala Daalool mata duree ‘dhiiga haadholiif’ jedhuun sagantaa dhiiga arjoomuu gaggeesse. Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Xumuramuun Hidha Haaroomsaa Walitti hidhamiinsa diinagdee naannawichaa guddisa Tsehay Guluma Jul 10, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC)- xumuramuun Hidha Guddicha Haaroomsa Itiyoophiyaa walitti hidhamiinsa diinagdee guddisuun naannawaa Baha Afrikaatti nageenya waareessa jedhan hayyoonni.…