Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Ityoophiyaatti daawwannaa taasiisuufi
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Ajaay Baangaan bara Faranjootaa Adoolessa 31, 2023 eegalanii Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuufi jedhame.…