Naannichatti callaa kuntaala miiliyoona 29 ol walitti qabuuf hojjetamaa jira – Obbo Ashaadilii Hasan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti bara oomishaa kana callaa kuntaala miiliyoona 29 ol walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo…