Naannoo Ummattoota Kibbaatti hawaasni balaa lolaa fi sigiga lafaaf of eeggannoo akka taasiisan…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibbaatti hawaasni balaa lolaa fi sigiga lafaa waqtii gannaa muudachuu danda’uuf of eeggannoo akka taasiisan Komishiniin Hoggansa…