Eebbifamtoonni ogummaa gonfataniin dhalootaaf karaa akka ta’an mootummaan haala ni mijeessa…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)-Eebbifamtoonni ogummaa gonfataniin carraa hojii uumuun dhalootaf karaa akka ta’an mootummaan haala kan mijeessu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi…