Pireezidaanti Putiin Afrikaa Kibbatti kan gaggeeffamu yaa’ii “BRICS” irratti hinhirmaatan jedhame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin, Hagayya dhufu Afrikaa Kibbatti kan gaggeeffamu yaa’ii “BRICS” irratti kan hinhirmaanne ta’uun ibsame.…