Diyaasporawwan gumaacha misooma biyyaaf taasisaan jabeessuu qabu- Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) –Diyaasporawwan gumaacha misooma biyyaaf taasiisan jabeessuu akka qaban Ministir Deetaan Ministeera Dhimma alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaa ibsaniiru.…