Himatamtoonni uffata seeraa Poolisii Federaalaa uffachuun meeshaa waraanaan saamicha raawwaatan…
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Himatamtoonni uffata seeraa Poolisii Federaalaa uffachuun meeshaa waraanaa fayyadamuun saamicha qabeenya Birrii Kuma 395 raawwatan adabbii cimaa waggaa 13…