Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti bakka bu’aa ‘UNICEF’ waliin mari’atan
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Ityoophiyaatti bakka bu’aa Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii Abbubakar Kaampoo waliin mari’ataniiru.…