Jilli Obbo Geetuun durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti hojii kunuunsa qabeenya Uumamaa…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti hojii kunuunsa qabeenya Uumamaa daawwateera.…