Oduu biyya keessaa Xaa’oon karaa seeran alaa kuufamee ture to’atame Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Holataatti Xaa'oon karaa seeran alaa daddabarfamaa ture to'atamuu ibsameera. Qonnaan bultoonni xaa'oo argachuuf rakkachaa jiraachuu…
Ispoortii Luusiwwan Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu jedhameera. Haala taphichaa ilaalchisee leenjisaan…
Biiznasii Ityoophiyaan agarsiisa Daldala Indaastirii Idil Addunyaa Raashiyaarratti hirmaatte Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan agarsiisa Daldala Indaastirii Idil Addunyaa Raashiyaa 2023 irratti hirmaachuu Ministeerri Indaastirii beeksise. Agarsiisichi Oomisha fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Kaameeruun waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Kaameeruun Leejeeyuun Mibeellaa waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Adoolessa 10, 2015 lammiin Ityoophiyaa kamuu mana hin oolu – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Adoolessa 10, 2015 lammiin Ityoophiyaa kamuu hanga Aduun baate dhiittuutti mana ooluu akka hinqabne Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Uncategorized Milkaa’ina karoora bara 2016tiif xiiqiin hojjachuun murteessaadha – Pri. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Milkaa'ina karoora bara 2016tiif xiiqiin hojjachuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Aduu tokkotti biqiltuun miiliyoonni 481 lafa hektaara 367 irra ni dhaabbata Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Oromiyaatti Adoolessa 10, 2015 Aduu tokkotti biqiltuun miiliyoonni 481 lafa hektaara 367 irra kan dhaabbatu ta’uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Baankiin Shabalee daldaltoota qabeenya isaanii balaa Ibiddaan dhabaniif deeggarsa Birrii miiliyoona… Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Baankiin Shabalee daldaltoota Magaalaa Jigjigaatti qabeenya isaanii balaa Ibiddaan dhabaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasiiseera.…
Biiznasii Chaayinaatti gabaan Buna Ityoophiyaa guddata jira jedhame Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Chaayinaatti fedhiin Buna Ityoophiyaa bituu dabalaa dhufuu ibsameera. Biyyattiitti lakkoofsi namoota Buna Ityoophiyaa filatanii bitanii fi dhuganii…
Teeknooloojii Raashiyaan damee Saayinsii fi Teeknooloojiin Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf murannoo qabdi –… Sifen Megersa Jul 12, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Raashiyaan damee Saayinsii fi Teeknooloojiirratti Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf murannoo qabaachuu Walitti qabaan Tumsa Diinagdee Raashiyaa –…