Xaaliyaaniin hariiroo hunda galeessa Ityoophiyaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabaachuu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agostiinoo Paaleesee waliin…