Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti Manni Maree Ispoortii hundeeffame Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Manni Maree Ispoortii hundeeffameera. Sirna hundeeffama Mana Maricharratti Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti sagantaa sosochii carraa hojii uumuu gaggeeffameen dargaggoonni hojii dhabeeyyiin kuma 4… Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti sagantaa sosochii carraa hojii uumuutiin waldaalee hojiiwwan garaagaraa irratti gurmaa'anii turan hojii dhabeeyyiin kumni 4 fi 180…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waggaa 11ffaa Waldaa Misoomaa Silxee gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Yaa'iin Waggaa 11ffaa Waldaa Misoomaa Silxee Godina Silxee magaalaa Waraabeetti gaggeeffamaa jira. Ministira Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Koollejjootni Barnoota Leenjii teeknikaafi ogummaa 26 barattoota ogummaa garagaraatiin leenjisaa… Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Koollejjootni Barnoota Leenjii teeknikaafi ogummaa 26 barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa turan kuma 3fi 508 eebbisiisaniiru. Koollejjootni…
Idil Addunyaa Keeniyaatti balaa konkolaataa mudateen yoo xiqqaate namoonni 49 du’uu dhaga’ame Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Keeniyaatti balaa konkolaataa bakka namoonni heddummatanitti mudateen yoo xiqqaate namoonni 49 du'uu pooliisiin biyyatti beeksise. Balaan kun kan…
Biiznasii Walitti hidhamiinsa gabaa Paarkiiwwan Indaastirii Uumanirraa qonnaan bultoonni kumni 300 ol… Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) –Walitti hidhamiinsaa gabaa Paarkiiwwan Indaastirii guutuu biyyattii keessatti argaman Uumanirraa qonnaan bultoonni kumni 300 ol fayyadamoo ta'uu…
Ispoortii Atleet Barrihuun dorgommii Daayimandii Liigii Luuzaanitti dorgomame sa’aatii saffisaa waggaa… Sifen Megersa Jul 1, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) –Atleet Barrihuun Aragaawwii dorgommii Daayimandii Liigii Luuzaanitti fageenyaa meetira kuma 5n dorgomame sa'aatii saffisaa waggaa galmeessuun…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamteeti piroojektoonni garaagaraa eebbifaman Sifen Megersa Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) –Magaalaa Naqamteeti piroojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 400 hojjetaman eebbifamaniiru. Laabraatooriin godinaanee Lixa Oromiyaa 8 irraa…
Oduu biyya keessaa Yeroo jalqabaaf misoomni Ruuzii Aanaa Shaashamanneetti eegale Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti yeroo jalqabaaf misoomni Ruuzii Aanaa Shaashamanneetti eegaleera. Itti Gafatamaan Waajjiraa Qonna Godinicha Doktaar Abdullaahii…
Oduu biyya keessaa Utuu hinugguramiin ‘uggurameera’ jechuun jaalallee ishee Birrii kuma 500 kan gaafatte to’atamte Debela Tadesse Jun 30, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC)-Himatamtuun utuu hinugguramiin ‘uggurameera’ jechuun jaalallee ishee Birrii kuma 500 kan gaafatte mana jireenyaa ishee keessatti to’annoo jala oolchuu…